Biiroo carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa

logo
 

injiner Eebbaa Garbaa

Hogganaa Biiroo

Mootummaan naannoo Oromiyaa rakkoo hojii dhabdummaa qormaata guddaa sirna siyaasaa fi diinagdee ijaaraa jirruu ta’e bu’uura irraa furuun badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuuf kutannoo guddaan hojjechaa jira.

Read more

waa’ee keenyaa

Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Labsii qaama raawwachiistuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra deebiin gurmeessuuf bara 2014 Caffee naannichaatiin baheen kan hundeeffamedha. Biirichi sadarkaa naannootti dameewwan ijoo afurii fi deeggarsa tokkoon kan hundaa’e yoo ta’u caasaan isaa hanga sadarkaa wiirtuu kenniinsa tajaajila iddoo tokkootti kan deemuudha.

Read more

Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa

sirna leenjii qorannoo fedhii gabaa hojii irratti hundaa’ee, sadarkaa ogummaa (OS) industiriin qopha’ee irratti humna namaa.

Read more
paaakejii deggersa

Paakeejii deggersaa

Intarpiraayizoota hojii keessa galan itti fufinsaan dorgomaa akka ta’aniif deggersa dhiyeessii Faayinasii, iddoo oomishaa fi gurgurtaa.

Read more
oromia job

Hojii Uumuu

pootenshaala hojii naannoo keenya keessati argamu adda baasuun lammiileen ogummaa horatan waldaa IMX’n irraatti gurma’anii akka hojjeetan taasisa.

Read more

Tajaajila Ekisteenshinii Industirii

Teeknooloojii bu’aa qabeessa kuusuu fi intarpiraayizootaaf ceesisuu, hojimaata foyyaa’insa fi qulqullina.

Read more

–Taatewwan–


1 2 3